Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa gosti vaayrasii koroonaa ‘Oomiikroon’ jedhamu daraan hamaa ta’uu ibse

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Gosti Covid -19 ‘Oomiikroon’ jedhamuu daraan hamaa ta’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiseera.
Gosti vaayrasichaa haaraan ‘Oomiikroon’ jedhamu amala tatamsa’inaa addunyaarratti muul’iseen daraan hamaa ta’uu dhaabbatichi ibseera.
Vaayrasichi haala ajaa’ibsiisaa ta’een amala isaa kan jijjiiruu fi namoota hedduu miidhaa jiraachuu himeera.
Dhaabbanni Fayyaa addunyaa biyyoota miseensa isaa 194 keessatti kutaalee hawaasaa saaxilamoo ta’aniif saffisaan talaalliin laatamuu akka qabu yaadachiiseera.
Maddi:-CGTN
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.