Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee Daldalaa 107 hojmaata seeraan ala hojjetanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Dhaabbilee Daldalaa 107 hojmaata seeraan ala hojjetanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.
Dhaabbileen kunneen eeyyama laatameefin ala dameewaan hojii biroorratti bobba’anii argamuu fi eeyyama daldalaa hin haaromneen wayita hojjetan argamuu isaaniin tarkaanfiin irratti fudhatamuu ibseera.

Dhaabbilee 49 akeekkachiinfi barreeffamaa kennamuu fi 58 irratti ammoo tarkaanfiin hojiirraa dhorkamuu fudhatamuu ragaan Ministeerra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.