Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Ahimad daawwannaa hojiif Ruwaandaa galan

Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Ruwaandaa galaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii Kiigaaliitti taasisaniin Preezdaantii biyyatti Pool Kaagamee waliin akka mari’atan ragaan Waajjirra Muummee Ministiraarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.