Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan proojektii bishaan dhugaatii Boongaa daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan, Naannoo Ummattoota Kibbaa Lixa Ityoophiyaa Magaalaa Boongaatti proojektii bishaan dhugaatii ijaarramaa jiru daawwataaniiru.
Magaalaan Boongaa magaalotaa hanqina bishaan dhugaatii qulqulluu dhabuun komiin ka’u keessaa tokko ta’uu eerameera.
Furmaata rakkinichaaf ijaarsi proojaktii bishaan dhugaatii gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, marii raawwii proojektichaa ilaalchisuun gaggeeffamurratti, rakkoolee mudataniif kallattiin furmaataa ni kennamaan eegama jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.