Fana: At a Speed of Life!

Dr Abiy Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee argamsisteef baga gammaddan jedhan

Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee argamsisteef erga baga gammadanii dabarsaniiru.

Dookatr Abiy fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, Tigist Gazzahaany Mangistuu dorgommii Paaraaliimpikii Tookiyoo irratti fiigicha meetira 1,500 dubartootaatiin injifattee madaaliyaa warqee argamsiisuudhaan Itoophiyaatti atileetii jalqabaa waan taateef baga gammaddan jedhaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.