Fana: At a Speed of Life!

Duub deebii arganne akka galteetti fayyadamuun caalmaatti Ummata tajaajiluuf ni hojjenna – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) – Gareen deeggarsaa fi Hordoffii Federaalaa magaalaa Finfinneetti daawwannaa guyyoota kurnan walitti aananiif taasiserratti duub-deebii kenneera.

Duub deebii arganne akka galteetti fayyadamuun caalmaatti Ummata tajaajiluuf ni hojjenna jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.

Aadde Adaanach, Waadaa keenya eegnee, uummata keenya amanamummaan tajaajiluu keenya itti fufna jedhuun ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.