Fana: At a Speed of Life!

Ejansiin Damee Misooma Faayinaansii Ityoophiyaa ifatti hojii eegale

Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Ejansiin Damee Misooma Faayinaansii Ityoophiyaa ifatti hojii eegaluu beeksiise.
Guddina Damee Faayinaansii qaqqabamaa, hammataa fi itti fufiinsa qabu mirkanneessuuf kan hojjetu ta’uu ibsameera.
Ejansichi sirna gabaa fayyadamuun Ityoophiyaatti jijjiirama sirna damee Faayinaansii jajjabeessaa jedhame.
Dhaabbatichi rakkoolee sirna Faayinaansii firuuf deeggarsa kan taasiisu ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen ibsaniiru.
Mootummaan guddina diinagdee hammataa ta’e akka mirkaneessuu fi galmoota guddinaa milkeessuuf ejansichi gumaacha olaanaa qabaachuu Hojii Raawwachiisaa olaanaan ejansichaa obbo Eermiyaas Isheetuun himaniiru.
Miniyichi Azzazaawutu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.