Fana: At a Speed of Life!

Feesbuukiin hidhattoonni Awustaraaliyaa odeeffannoo akka hin hordofnee fi akka itti hin fayyadamneef uggure

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Feesbuukiin hidhattoonni Awustaraaliyaa odeeffannoo akka hin hordofnee fi akka itti hin fayyadamneef uggureera.
Lammiileen Awustiraaliyaa Kamisa ganama gaafa ka’an marsariitiiwwan oduu addunyaa fi biyya keessaa Feesbuukiirra hin jiran.
Murticharratti hundaa’ee komii dhiyaateen, dhaabbatichi dogoggoraani jedheera.
Mootummaan Awustiraaliyaa uggurri kuni amanamummaa Feesbuukii gaaffii keessa galcha jedheera.
Warreen Awustiraaliyaan ala jiranis odeeffannowwan achii maxxanfaman dubbisuu hin danda’an jedhameera.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.