Fana: At a Speed of Life!

Fiilmiin “Waa’ee Haadhaa” eebbifame

Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Fiilmiinmataa duree “Waa’ee Haadhaa” jedhamuun jaalala biyyaa fi Raayyaa Ittisa Biyyaarratti xiyyeeffatte bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy himad argamanitti eebbifameera.

Sirna Eebba fiilmichaarratti Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa, qondaaltonnii fi miseensonni Raayyaa Ittisaa Biyyaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Fiilmichi jaalala biyyaa fi Raayyaa Ittisa Biyyaarratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, keessumaa waraana Kutaa Kaabaan wareegama birmadummaa biyyaaf kaffalame kan argisiisu ta’uu TOI gabaaseera.

Fiilmichaarratti namoonni Kuma 30 ol hirmaachuun ibsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.