Fana: At a Speed of Life!

Filannoo Wiixata dhufuu gaggeeffamu taajjabuuf taajjabdoonni Finfinnee gala jiru

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa Wiixata dhufuu gaggeeffamuu taajjabuuf taajjabdoonni Finfinnee gala jiru.

Preezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii fi yeroo amma immoo Gamtaa Afrikaatti hoogganaan garee taajjabdootaa filannoo kan ta’an Oliiseengo Obansaanjoon Kaleessa galagala Finfinnee galaniiru.

Hoogganichi Finfinnee wayita galaan Ministir Deettan Ministeera Nageenyaa aadde Firee’alam Shibaabbaaw simannaa taasisuufi ragaan Ministeera Nageenyarraa argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.