Fana: At a Speed of Life!

Galteewwaan qindeessa qonnaa fi oomishaalee, dhiyeessi qamadii fi haala bittaa irratti mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Itiyoophiyaa Galteewwaan qindeessa qonnaa fi oomishaalee, dhiyeessi qamadii fi haala bittaa irratti qaamolee qooda fudhattoota waliin mari’achaa jira.
Hojii gaggeessituun Dhaabbata Misooma Galteewwan Indaastirii Itiyoophiyaa aadde Yeshiimabeet Nagaashi sababa dhiyeessiin daakuu xiqqaateef gatiin waan dabaleef lammiileen daabboo bitanii nyaachuuf haala hin danda’amne uumamuu ibsaniiru.
Dhaabbatichi dhiyeessii oomishaalee furuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu eeraniiru.
Waltajjicharratti aadde Yeshiimabeet Oomishtoota bira oomishni yoo jiraatellee, indastiriiwwaan garuu sababa hanqina oomishaan haala gaariin oomishaa akka hin jirre ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.