Fana: At a Speed of Life!

Gurgurtaan qinxaaboo boba’aa gatii gurguramaa jiruun itti fufa-Ministeericha

Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa gatii baatii Guraandhalaa gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Haaluma kanaan Guraandhala 26, 2016 eegalee oomishaaleen boba’aa hundi gatii gurguramaa jiraniin kan itti fufan ta’uu ibseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.