Fana: At a Speed of Life!

Hogganaan ‘IS’ Abbuu Al Hasan Al Hashiim Al Quraashiin ajjeefame

Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Hogganaan garee shororkeessaa ‘ISIS’ garichaan Kaaliif jedhamee waamamu Abbuu Al Hasan Al Hashiim Al Quraashiin ajjeefamuu gabaafame.

Abbuu Al Hasan Al Hashiim Al Quraashiin waraanarratti ajjeeffamuu Itti aanaa hogganaan garichaa beeksiisuu RT fi Rooyitarsi dabalatee miidiyaaleen addunyaa hedduun gabaasaniiru.

Ajjeefamuun hogganichaa haala akkamiin, eessattii fi yoom akka ta’e odeeffannoon hin argame hin jiru jedhame.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.