Fana: At a Speed of Life!

IGAD yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan balaaleffate

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa(IGAD) yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook irratti aggaammame balaaleffate.

Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoon yaalii ajjeechaa muummee ministirichaarratti godhame ni balaaleffanna jedhaniiru.

‘Yaaliin ajjeechaa kun ce’umsa biyyaattiin eegalterraa duubatti nun deebisu, jijjiirrama ummata Sudaaniif caalmaatti akka hojjennuuf nu kakaasa’ jedhan muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook fuula Twiitarii isaaniin.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.