Fana: At a Speed of Life!

Inisheetiviin Misooma Muuzii Milkaa’aa jira-BQO

Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) –Inisheetiviin misooma Muuziin hojjetama jiraachuu Milkaa’aa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Jilli Hoggaanna Ittaanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Mahaammadsaanii Amiiniin durfamuu Inisheetivii misooma Muuzii Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti hojjetame daawwataniiru.
Qonnaan bultoonni Muuzii sanyii filatamaa misoomsuun gabaaf dhiyyessuun milkaa’ina imala badhaadhinaa kan dhugoomsu ta’uu eeruu ragaan Biiroo Qonna Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.