Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalaa Uumaa naannoo Somaalee Hilaalaa fi Kaaluub bakka hojiin boba’aa baasuu itti gaggeeffamu daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa naannoo Somaalee Hilaalaa fi Kaaluub bakka hojiin boba’aa baasuu itti gaggeeffamu daawwataniiru.

Daawwannicharratti Itti Aanaan Preezdaanti Mootummaa Naannoo Somaalee Musxafee Mahaammadii fi qaamoleen dhimmi ilaallatu argamaniiru.

Hojii boba’aa baasuuf rakkinni hanga tokko jiraatullee hojicha itti fufsiisuuf dhaabbilee prokjakticha raawwachaa jiraan fi Itti Aanaan Preezdaanti Mootummaa Naannoo Somaalee Musxafee Mahaammad waliin marii’achuu Injiinar Taakkalaa Uumaa ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.