Fana: At a Speed of Life!

Interpiraayizoonni biyya keessaa sadarkaa idil addunyaatti guddachuu fi babal’achuun madda qabeenyaa fi biyya kan boonsudha – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Interpiraayizoonni biyya keessaa sadarkaa idil addunyaatti guddachuu fi babal’achuun madda qabeenyaa fi biyya kan boonsudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin Interpiraayizoonni biyya keessaa sadarkaa idil addunyaatti guddachuu fi babal’achuun biyya kan boonsuu fi madda qabeenyaa ta’uu himaniiru.
Raayid Taajaajila Ityoophiyaa keessatti eegale sadarkaa gaanfa Afrikaatti babal’isuun Jiibuutiitti hojii jalqabuu isaan baga gammaddan jedhaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.