Ispoortii
Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Beejiing injifate
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Haayinaa Beejiinitti gaggeeffame injifateera.
Atileet Dheerreessaa Galataan fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 7 fi sekondii 41 xumuruun 1ffaa yoo ba'uu, Atileet Yihuuninyi Adaanaan ammoo sa'aatii 2 fi daqiiqaa 7fi sekondii 42 xumuruun 2ffaa ba'uu…
Read More...
Tapha Miira masaanummaa jabaa Maanchiister Yuunaayitiid fi Maanchiister Siitii har’a…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni Kilabootni masaanuun lamaan taasiisan xiyyeeffannoo argateera.
Taphni Maanchuriyaan darbii kun har'a sa'aatii 12:30 eegalee…
Kilabni Kubbaa Miillaa Magaalaa Shaashamannee leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miillaa Magaalaa Shaashamannee leenjisaa isaa Tsaggaayee Wandimmuu hojii leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise.
Kilabichi Kaleessa Buna Sidaamaan goolii 3 fi 1n injifatamuu hordofee…
Luusiwwan har’a gita isaanii Naayijeeriiyaa waliin taphatu
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Olompikii gita isaa Naayijeeriiyaa ni taphata.
Taphni gulaallii jalqabaa gulaallii marsaa 2ffaa kun har’a waaree boodaa sa’aatii…
Fiigicha Maaraatoonii walakkaa Vaaleenshiyaan Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’an
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’uun xumuraniiru.
Fiigichichaarratti hirmaachuun Atileet Yoomiif Qajeelchaa 2ffaa, Haagos…
Cheelsii 2 – 2 Arsenaal
Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Darbiin Landan qixaan xumurame.
Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaa har'a taphatameen darbiin Landan qixaan yoo xumuramu, Maanchiisteer Siitiin Biraayitan, Liivar Puul ammoo…
Tapha Kilaboota Darbii Laandan Cheelsii fi Arsenaal akkaan eegamu
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Darbii Laandaniin tapha Piriimiyer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan Istaanfoordi Biriijitti taphni Cheelsiin Arsenaaliin keessummeessu hawwiin eegama.
Fageenya maayilii kudhan qofa Isteediyeemiiwwan…