Ispoortii
Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsate
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz goolii 6 fi 1n injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsateera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo…
Read More...
Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii Atileet Daraartuu Tulluu Badhaase
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii lammiilee alaaf kennamu Gargaartuu Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluu Badhaaseera.
Atileet Daraartuu Tulluun hariiroo Dippiloomaasii damee…
Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 11ffaan taphni Niwuu Kaastiil Arsenaal, Tootanhaam…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 11ffaan boru waaree boodaa eegalee ni taphatama.
Taphoota Torbee 11ffaa kanaan taphni Sambata duraa sa’aatii 1:30 eegalee Niwuu Kaastiiil Arsenaal,…
Gabiramadiin Haayilee Leenjisaa Olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa ta’an
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Gabiramadiin Haayilee Leenjisaa Olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa ta’uun mallatteessan.
Leenjisaa Gabiramadiin Haayilee garee Kubbaa Miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa (Waaliyaa)…
Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Afrikaa 2023 ifooman
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa tarree kaadhimamtoota taphattoota ciccimoo Afrikaa 2023 ifoomseera.
Taphattoonni 30 badhaasa taphattoota ciccimoo bara 2023’f kan kaadhimaman yoo ta’uu, 20…
Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan Dirree Dhawaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Kilabni Magaalaa Adaamaa Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 2 fi 1n injifateera.
Adaamaan bu’aa har’a galmeesse…
Liyoonel Meesiin yeroo 8ffaaf Baalaandooriin injifate
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Liyoonel Meesiin yeroo 8ffaaf badhaasa Baalaandoorii 2023 injifateera.
Sirni badhaasa Baalaandoor 2022/2023 Faransaay Magaalaa Paariisitti gaggeeffameera.
Haaluma kanaan dhiiraan taphataan sarara…