Ispoortii
Kilaboonni Darbii Kaaba Londan har’a si’a 194ffaaf waliin morkatu
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Kilaboonni Masaanuu kaaba Londan har'aa saatii 10:00 irraa eegaluun dirree Filaay Emireet irratti Arsenaal Tootinhaam waliin morkiin taasisu ni eegama.
Kilaboonni lamaan gahuumsa gaariirratti argamuun isaanii taphichi si'oomina guddaa akka eegamu taasiseera.
Tootinhaam taphoota 30 Filaay Emireetitti…
Read More...
Atileet Tigist Asaffaan Maaraatoonii Barliin riikkardii addunyaa fooyyeseuun injifatte
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Atileet Tigist Asaffaan fiigicha Maaraatoonii Jarman Magaalaa Barliinitti dubartoota gidduuttii gaggeeffame riikkardii addunyaa fooyyeseuun injifatte.
Atileet Tigist fageenyicha sa'aatii 2:11:53…
Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti Sagantaan Ispoortii Hundaa gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti sagantaan sosochii Ispoortii mata duree' Ispoortii hundaa fayyummaa hawaasaatiif! jedhuun gaggeeffameera.
Hawaasa fayya buleessa qabaachuun…
Dursaan taphattoota Arsenaal Maartin Odegaard waliigaltee waggaa 5 mallatteesse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu lammii Noorway Maartin Odegaard Arsenaal waliin waliigaltee waggaa 5 mallatteesse.
Taphataan sarara gidduu Arsenaal dargaggeessi umrii waggaa 24 Odegaard Arsenaaliif taphoota…
FIFAn sadarkaa yeroo ammaa biyyoota Afrikaa ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Waldaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Addunyaa haala waqtaawaa sadarkaa garee Kubbaa Miilaa biyyoota Afrikaa ifoomseera.
Haaluma kanaan Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa miseensa FIFA ta’an 50 keessaa…
Luusiwwan tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa waancaa Afrikaa har’a ni taphatu
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophyaa tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a gita isaa Burrundii waliin ni taphatu.
Luusiwwan tapha gulaallii jalqabaa kan har’a…
Fiigicha Daandirraa ‘Rigaa 2023’ irratti Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Fiigicha Daandirraa Laatiiviyaa magaalaa Rigaatti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa tilmaama injifannoo argataniiru.
Atileetoonni 347 fageenyoota 6 shaampiyoonaa ta’uuf ni dorgomu jedhame.…