Fana: At a Speed of Life!

Israa’eel waggaa 2 keessatti filannoo yeroo 4ffaaf gaggeessuufi

Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Israa’eel waggaa 2 keessatti yeroo 4ffaaf filannoo gaggeessuufi jedhame.
Israa’eel filannoo gaggeessuuf kan dirqamteef walta’iinsi mootummaa amma aangoorra jiru dhimma baajata biyyaaleessaa irratti waliigalteerra ga’uu waan dadhabeefi jedhameera.
Filattoonni baatiwwan 12 booda baatii Bitooteessa irra deebiin gara buufataaleeti filannoo akka imalan ibsameera.
Biyyattiin filannoowwan kanaan dura gaggeeffamaniin paartii mo’atee haala ifa ta’een adda baasuun kan muul’ise hin turre.
Muummee Ministira Israa’eel Beeniyaamin Netaaniyaahuun yeroo 6ffaaf ammallee aangoosaanii itti fufuu barbaadu.
Neetaanyaahuun himannaan malaamaltummaa irratti baname sobaa fi kaayyoo siyaasaa kan qabuudha jechuun fudhatama dhabsiisaaniiru.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.