Fana: At a Speed of Life!

Ityoo-Teeleekoom %40 gara dhuunfatti jijjiiruuf qophii duraa xumuru ibsame

Finfinnee, Wixabajjii 7, 2013 (FBC)- Ministeerri Maallaqaa Ityoo-Teeleekoom %40 gariin gara dhuunfatti jijjiiruuf qophii duraa xumuru ibseera.

Unkaan ibsa fedhii boruu eegalee baatii tokkoo fuula marsariitiin ni ifoomaa jedhameera.

Feedhi ibsichaarratti dhaabbileen  biyya keessaa fi alaa fedhaasaanii beeksisuu ni danda’uu jedhameera.

Ityoo-Teeleekoom gariin gara dhuunfattii dhimmi jijjiirramuuf qabeenya biyyaa keessa calmaa guddisuuf kan kaayyeeffatee ta’u ibsameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.