Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Somaaliyaa daawwannaa xumuranii gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)-Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa isaanii xumuranii gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.

Muummee Ministiraa Abiy Ahimadis buufata xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti argamuun pireezidaanticha gaggeessaniiru.

Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwaannaa guyyoota lamaaf Ityoophiyaa turaniin Muummee Ministiraa Abiy Ahimad waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin shororkeessummaa fi fiinaxaalessummaa ittisuuf akkasumas, walta’iinsa diinagdee gamlameenii fi dhimmoota waloo ardichaa irratti walta’iinsaan hojjechuu haalota dandeessisanirratti mari’chuu ibsameera.

Alaazaar Taaddalaatu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.