Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannonni 274 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyaa galan

Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) –lammiileen Ityoophiyaa 274 Sawuud Arabiyaa Jidaatti rakkoo garaagaraa keessa turan 274 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.

Ityoophiyaannonni kanneen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee  ga’aan Jeneraal Daayrektariin Dhimmoota Qoonsilaa ministeera dhimma alaa obbo Masfiin Gabramaariyaam dabalatee qaamoleen biroo simataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.