Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,109 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,109 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 9 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,490 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,109 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 715 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 25,207 irratti argama.

Namoonni 436 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 9 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,429 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 166,138 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.