Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 419 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 419 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 3,922 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 419 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1496 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 42, 988 irratti argama.

Namoonni 596 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 12 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,976 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 65 fi 832 qabamaniiru.

Namoonni 1,454,503 talaallii fudhataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.