Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi Ministeera Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaaf talaallii Covid -19 deeggarsa taasiise

Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa Chaayinaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaaf talaallii Covid -19 Doozii kuma dhibba 2 deeggarsa taasiiseera.
 
Qorichi amma argame kun namoota kuma dhibba 1f talaallii guutuu laachuuf kan dandeessiisu ta’uu ibsameera.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.