Godina Jimmaatti kutaalee hawaasaa vaayrasii koroonaaf saaxilamoo ta’anif qorannoon taasifamaa…
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Godina Jimmaatti kutaalee hawaasaa vaayrasii koroonaaf saaxilamoo ta’anif qorannoon taasifamaa jiraachuu Waajjirri Eeggumsa Fayyaa Godina Jimmaa…
eerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qaamooleen garaagaraa deeggarsa taasisan
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qaamooleen garaagaraa deeggarsa taasisan.
Magaalaa Finfinneetti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii 407 ga’e
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeen namoonni dabalataa 565 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 17 darbeera.
Sa’aa 24…
Ityoophiyaata namoota hanga ammaatti vaayrasii koroonaan qabaman keessa %67 baatii Adoolessaa…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoota hanga ammaatti vaayrasii koroonaan qabaman 20,900 keessa %67 baatii Adoolessaa keessaa kanneen qabaman ta’uu Ministeerri Fayyaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalaataa 564 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, namoonni 9 ammoo lubbuun…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetin namoonni dabalataa 564 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Sa’aa 24…
Weerara koroonaa ittisuuf falli waaraan hin jiraatu ta’a -Dhaabbata Fayyaa Addunyaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf falli waaraan hin jiraatu ta'a jedhe Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa.
Daayreektarri olaanaan dhaabbatichaa…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 53 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 53 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid – 19 qabamanii miiliyoona 15 darbe
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Akka ragaan Yuuniivarsiiti Joohns Hooppikins muul’isutti weerarri vaayrasii koroonaa erga muul’atee baatiwwan murasa lakkoofsiseen namoota miiliyoona 15…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 8803 ga’e
Finfinnee,Adoolessa 10, 2012 (FBC) – Guyyaa kaleessaa gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 328 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa’aa 24 keessatti…
Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 3545 ga’e
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 177 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.
Namoonni 111…