Fana: At a Speed of Life!

Jaakkettiin Maayikiil Jaaksan caalbaasiin Doolaara kuma 306tti gurgurame

Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Jaakkettiin Weellisaa beekkamaa Maayikiil Jaaksan waggoota 22n dura Addunyaa kanarraa du’aan boqote caalbaasiin Doolaara kuma 306tti gurgurameera.

Jaakkeettiin kun Maayikiil baroota 1980 keessa uffachuun Peebsii Kollaa beeksisaa ture kun caalbaasiin Doolaara kuma 306tti gurguramuu ibsameera.

Kana dura Qoobiin isaa caalbaasiif dhiyaachuun Doolaara kuma 67tti gurguramuun kan yaadatamuudha.

Gama biraan Waltajjii Jaakkeettiin Maayikiil Jaaksan kun caalbaasiif dhiyasterratti, Faayyi Rifeensaa weelliftuu Lammii Ingiliiz Eemii Wayinihaaswus Doolaara kuma 22 fi 900tti gurguramuu BBCn gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.