Fana: At a Speed of Life!

Jilli aadde Loomii Badhoon durfamu Hospitaala Maqii ebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)-Jilli Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo fi Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Magaalaa Maqiitti Hospitala Maqii eebbisiiseera.

Hospitaalichi baasii Birrii miiliyoona 75 kan ijaarramee yoo ta’u, meeshaaleen walla’ansaa sadarkaa isa eeggatee guutamuu ragaan Caffee Oromiyaarra argamee ni mull’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.