Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dhaabbata Booying Komishinar Lalisee Namee waliin mari’ate

Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Jilli Dhaabbata Idil addunyaa Booying Komishinara Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee waliin mari’ateera.
Giddugala Bahaa, Turkii fi Afrikaatti Preezdaantiin Dhaabbattichaa Barnii Daan Komishinara Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee mari’ataniiru.
Komishinar Laliseen Carraa Invastimantii fi filannoowwan jiranirratti garichaaf ibsa taasiisuu ragaan Komishinicharraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.