Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan durfamu Shawaa Kaabaatti misooma Qamadii daawwate

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan durfamu Shawaa Kaabaa aanaa Mooratii fi Jirruutti Qamadii Kilaasteraan misoome daawwateera.

Daawwannicharratti Dooktar Yiliqaal dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa naannichaa argamaniiru.

Godinichatti lafti hektaarri kumn 54 Qamadii Kilaasteraan kan misoome ta’uu ibsameera.

Alaayyuu Garramootu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.