Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Abarraa Warquun durfamu hojiilee misoomaa Qonnaa Aanaa Dabra Libaanoos daawwate

Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Abaraa Warquun durfamuu Hojiilee misooma Qonnaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabra Libaanoos daawwateera.
jilichi Oomisha kilaastera qamadii jallisii bonee,kilaastera kuduraalee,qophii biqiltuu qabeenya Uumamaa fi misooma Qurxummii aannichaa daawwachuu ragaan Waajjira Qonnaa godinicharraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.