Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni magaalaa Darbaa ABO Shanee balaaleffatan

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Godina Addaa Naannawaa Finfinneetti jiraattoonni aanaa Sulultaa magaalaa Darbaa fi naannoo ishee hiriira ba’uun ABO Shanee balaaleffataniiru.
Jiraattoonni kunneen hiriiracharrati dhaadannoowwan garagaraa qabachuun kan ba’aan.
Namoonni hiriiricharratti hirmaatan nageenyaa keenya ni eegganna jedhaniiru.
Humna ABO Shanee nageenya keenya booressuu ni balaaleenna jechuusaanii ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Godina Addaa Naannawaa Finfinneerra ragamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.