Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin Poolisii Finfinnee Boombiin har’a ganama magaalaa Finfinneetti dhohee miidhaa akka hin qaqqabsifne ibse

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Finfinnee Boombiin har’a ganama magaalaa Finfinneetti dhohee miidhaa akka hin qaqqabsifne ibse.
Komishinichi har’a ganama sa’aatii1:30 irratti kutaa magaalaa Boolee bakka addaa Addabaabayii Gorgoriyoos jedhamee waamamutti Boombiin kuusaa balfaa keessatti gatamee kan argame dhohee miidhaa akka hin qaqaabsiifne beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.