Fana: At a Speed of Life!

Kooriyaan kaabaa Naannawaa Galaana Jaappaanitti miisaa’ela furguggiste

Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)-  Kooriyaan Kaabaa Naannaawaa Galaana Jaappaanitti miisaa’eloota sadii furguggisuu gabaafame.

Miisaa’eloonni kunneen Kibba Piyoongiyaang  naannoo Hiwaangihee irraa kan furguggifaman yoo ta’u,miisaa’ela fageenyaa gabaabaa ta’uu eerameera.

Miisaa’eloonni furguggifaman tokkon tokkon isaanii naannawaa galaana Jaappaan irra fageenya Kiiloo meetira 350 imaaluun ibsameera.

Kooriyaan Kibbaa dheengadda miisaa’ela furguggistee kan turte yoo ta’u, Piyoongiyaang kanaaf deebii kennuuf miisa’eloota kanneen furguggisuu RTn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.