Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Qiirqositti meeshaaleen waraanaa ujummoo keessatti gataman argaman

Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qiirqos aanaa 2 iddoo addaa Xamanjaa Yaazyi jedhamutti meeshaaleen waraanaa garaagaraa ujummoo keessatti gataman argamuu ibsameera.
Rasaasni, Shugguxii fi Kilaashaan Ujummoo keessatti gatamee ture argamuu ibsameera.
Maddi:-DhPI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.