Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 303 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 303 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan simatamuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.