Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 88 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 88 guyyaa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa 229 daa’imman, 149 ammoo dubartoota ta’uun eerameera.
Hanga ammaatti hojii lammiilee deebisuu hojjetameen Ityoophiyaanonni kumni 27 fi 956 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’uu isaanii ragaan Ministeeraa Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.