Fana: At a Speed of Life!

Sa’i tokko jabbiilee 3 dhalte

Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Shanan Kooluu Ganda Gaffiteetti Sa’i tokko jabbiilee sadii dhalte.

Haati qabeenyaa Loon kanaa Aadde Aashaa Aliyyiin, sa’i isaanii kun yeroo 2ffaaf kan dhalte ta’uu eeraniiru.

Yeroo jalqabaaf jabbiilee lakkuu kan dhalte yoo ta’uu, yeroo 2ffaaf amma ammo jabbiilee sadii dhaluu himaniiru.

Jabbiileen dhalatanii fi Sa’ittiin sadarkaa fayyaa gaariirraa jiraachuu odeeffannoon Waajjirri Kominikeeshinii Aanaa Shanan Kooluu FBC’f erge ni argisiisa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.