Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Samaraa Loogiyaatti hiriirri balaaleffannaa gochaa badii garee shororkeessaa ABUT gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Magaalaa Samaraa Loogiyaa gochaa badii garee shororkeessaa ABUT jiraattoota Godina Kiilbatii Raasuurratti qaqqabsiisaa jiru balaaleffachuun hirira gaggeessaniiru.
Jiraattoonni Magaalaa Samaraa Loogiyaa ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT jiraattoota Godina Kiilbatii Raasuutti qaqqabsiisaa jiru balaaleffachuun hirira gaggeessaniiru.
Haleellaa garichi Daa’immaan, Dubartootaa fi jaarsoliirratti qaqqabsiisaa jiru hiriira ba’uun balaaleffataniiru.
Hiriirtoonni kunneen ‘Juuntaan diina ummattoota Ityoophiyaa hundaati, haleellaa garichi Daa’immaan, Dubartootaa fi jaarsoliirratti qaqqabsiisaa jiru ni balaaleffanna, garichi gochaa badii lammiilee nagaarran ga’aa jiru ariitiin dhaabuu qaba, ABUT diina seenaa ummata Afaarii’,mata dureewwan jedhan dhageessisaniiru.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.