Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti baatiwwan lamaan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 10.4 walitti qabame

Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC)- Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee baatiwwan lamaan darbanitti Birrii Biiliyoona 10.4 galii walitti qabuu beeksiise.
Biirichi galii walitti qabuuf karoorfate % 119.8 milkeessuu ibseera.
Baatiwwan Adoolessaa fi Hagayya Birrii biiliyoona 8 fi miiliyoona dhibba 7 walitti qabuuf karoorfatee Birrii biiliyoona 10 fi Miiliyoona dhibba 4 walitti qabuu ragaan Biiroo Galiiwwanii magaala Finfinneerra argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.