Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti kan argaman qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa 828f  kaartaan mirkaneessaa qabiyyee laatame

Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kuta magaalaa Booleetti kan argaman qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa 828f  kaartaan mirkaneessaa qabiyyee lafaa laatameeera.

Sirna kenniinsa kaartichaarratti haasaa kan taasisaan Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa kaartichaa argataniif lafaasaanirra fayyadamoo ta’uuf qaqqabusaanii gammachuu itti dhaga’aamee ibsaniiru.

Qonnaan bultoonnis qabiyyeecha sirnaan misoomsuun jireenyaasaanii waaraan foyyeessuu qabu jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.