Fana: At a Speed of Life!

Magaaloonni Wucaalee fi Urgeessaa humna elektirikaa adda citee ture irra deebiin argatan

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Magaaloonni Wucaalee fi Urgeessaa sababa gareen shororkeessaa ABUT waraanaa baneen humna elektirikaa adda citee ture irra deebiin argachuusaanii Tajaajilli Humna Elektirikaa Ityoophiyaa beeksiseera.

Garichi bu’uraalee misoomaarratti miidhaa hamaa qaqqabsiisuun kisaaraa guddaan qaqqabeera.

Miidhaa garichi qaqqabsiisee keessaayis magaaloonni Wucaalee fi Urgeessaa isaan tokko ta’uun guyyaa har’a humna elektirikaa argachuu ragaan tajaajilichaarra aragamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.