Fana: At a Speed of Life!

Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoks Tawaahidootti sagantaan galateeffannaa ‘Ityoophiyaan haa galateeffattuu’ gaggeeffame

Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoks Tawaahidootti sagantaan galateeffannaa ‘Ityoophiyaan haa galateeffattuu’ gaggeeffameera.

Sagantaan kun Mana Amanta Kiristiyaanaa Qulqulleettii Maariiyaamii Kiiloo 5 tti gaggeeffameera.

Sagantichaan jaalala, nageenyaa fi Tokkummaa Ummataa fi biyyaaf kadhannaan taasiifameera jedhame.

Sagantichi kan raawwatame Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti kadhannaa fi sagantaan galateeffannaa akka gaggeeffamu waamicha dhiyeesse hordofee ta’uu eerameera.

Maddi:- TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.