Fana: At a Speed of Life!

Manneen barnootaaf haguuggii Afaanii fi Funyaanii miiliyoona 50 rabsuuf qophii ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) – Manneen barnootaaf haguuggii Afaanii fi Funyaanii miiliyoona 50 rabsuuf qophii ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
 
Naannoo Affaar magaalaa Samaraatti waltajjiin marii haalduree barnootaa bara 2013 eegalchisuu gaggeeffameera.
 
Waltajjicharratti kan argamaan Ministiri Deettaan Ministira Barnootaa obbo Nabiil Mahdii akka ibsanitti haguuggiin Afaanii fi Funyaanii kan rabsaman manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa kuma 46 biyyattiitti argamanifi.
 
Rabsaan haguuggii Afaanii fi Funyaanii torbee kana keessa ni eegala jedhaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.