Fana: At a Speed of Life!

Manneen Murtii Federaalaa gariin akka cufaman murtaa’e

Murtichi tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuu keessatti ga’ee kan qabaatu ta’uu preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma’aazaa Ashannaafii beeksisaniiru.

Manneen murtii federaalaas Bitootessa 10 amma 24,2012 gariin kan cufaman ta’a jedhan aadde Ma’aazaan.

Dhimmoonni dirqisiisoo fi dhimmoonni biyyaa yeroo hin laanne bifa addaatin kan ilaallaman ta’as jedhameera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.