Fana: At a Speed of Life!

Manneen Murtii Federaalaa guyyootii dabalataa 23f gariin cufamaniit turu

Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) – Manneen Murtii Federaalaa guyyootii dabalataa 23f gariin cufamaniit turu.

Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma’aazaa Ashannaafiin akka beeksisanitti, sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin manneen murtii federaalaa Bitootessa 25,2012 eegalee guyyootii 23f gariin cufamanii kan turan ta’a.

Manni murtichaa kanaan duras Bitootessa 10 – 24,2012tti guyyootii 15f murtee walfakkaataa dabarsuun isaa ni yaadatama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.