Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Gorsaa Imaammata Carraa Hojii Uumuu qorannoo dameewwan 3n qorate yaada mariif dhiyeesse

Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Manni Maree Gorsaa Imaammata Carraa Hojii Uumuu qorannoo dameewwaan 3n qorate yaada mariif dhiyeessuu beeksiise.
Manni marichaa hanqinoota sirna hojmaata karoora waggaa 10 guutuuf hojiilee qorannoo imaammataa hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Imaammanni qophaa’an carraa hojii uumuuf akka mijataanii fi karoora qo’annoo fi qorannoorratti hundaa’e qopheessuuf galtee akka ta’an hojjetama jira jedhame.
Karoora carraa hojii uumuuf akka biyyatti karoorfame milkeessuuf qorannoo imaammataa hanqinaalee jiran furuuf gargaaraan gaggeessuun shoora olaanaa qabaachuu Komishinarri Komishinii Carraa Hojii Uumuu obbo Nigusuu Xilahuun ibsuu isaanii ragaan komishinicharraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.