Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachiisaa boru ni gaggeessa

Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa mootummaa naannoo Ummattoota Kibbaa yaa’ii ariifachiisaa 3ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa boru magaalaa Hawaasaatti ni gaggeessa.
Yaa’iichi ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun murtoo ni dabarsa jedhamee kan eeggamu ta’uu Biiroon dhimmoota komiinikeeshinii mootummaa naannichaa beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.